Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Minneapolis 2006 in Pictures
Headline News
Suuraalee Guyyaa Ayyaana FDG bara 1ffaa Sadaasa 9, 2006 Norwey
>>>>>More News 1 2 3 4 5
Rising Tensions: New uprising in Oromia extends to its second week
November 16, 2006 (EU) - Last year’s uprisings in Oromia marked a watershed in the rocky relationship between the Ethiopian regime and the Oromo, who make up close to half of the population in Ethiopia.Full Report
Oromo: EU Passes Resolution
November 17, 2006 (EU) - The European Parliament has passed a Resolution strongly critical of the Ethiopian Government’s treatment of opposition leaders and civil society activists, with particulate focus on its violent suppression of protests following the 2005 election crisis.Full Report
Rising Tensions: Three Generals-two Oromo, one Amhara- purged
November 16, 2006 (Finfinne) - Finfinne- the government-owned Ethiopian Television last night reported that three generals of the Ethiopian Army, Major General Alemshet Degife (Oromo), Brigadiers Kumera (Oromo) and Asaminew Tsige (Amhara), are suspended from their duties..Full Report
Ex-Member of TPLF Regime's Parliament Exposes Atrocities
November 15, 2006 (Shabait.com) - An Ex- member of the TPLF regime's parliament, Dr. Getachew Jiggy, stated that a number of innocent civilians killed by the regime for voicing protest against its election fraud last year is not less than 600.Full Report
Ethiopian judge tells of regime's massacres
November 15 , 2006  -The Ethiopian government is responsible for the killing of tens of thousands of students and other critics over the past 15 years, one of the country's most senior judges, who has defected to Britain, said on Wednesday..Full Report

Press Release by Getachew Jigi (Dr) MP of House of People’s Representatives of Ethiopia
November 11 , 2006  -The EPRDF regime is on a wide campaign of detaining Oromo nationalists, students, farmers and merchants for no crime committed.Full Report

The Targeting of Oromo students and youth does not serve any purpose aside from intensifying ethnic tensions in Ethiopia !
November 10 , 2006  -We have learned and are strongly alarmed by the cold blooded murder of a young Oromo student Shibiru Demissie at Mekele University.Full Report
A Short Life History of Student Shibiru Demise
November 10 , 2006  -Student Shibru Demise Bati was born in 1982 in West Wollega Zone, Homa County, in a village known as Siba Yesusi. He studied his elementary and middle school in The 51 st Sokato School from 1993 to 2001 and his high school in the Gimbi comprehensive Secondary School from 2001 to 2004.Full Report
First Year Anniversary of the Popular uprising in Oromia
November 9 , 2006  -November 9, 2006 marks the first anniversary of the popular nation-wide uprising in Oromia. It was on this day that the Oromo people heave their liberation struggle to a new height, covering the entire Oromo land in a highly coordinated manner that has never been seen before.Full Report
Top Ethiopian judge flees threats
November 7 , 2006  -Teshale Aberra will seek asylum in the UK, he says Ethiopia's most senior judge, Teshale Aberra, has left the country following threats and "continued harassment" from the government, he has told the BBC.Full Report
Rising Tensions: Oromo Student Killed in Makale, Tigray
November 7 , 2006 (ET)   - In increasing sign of tension in Ethiopia, a 4th year University student of Oromo descent is killed overnight in Makale.Full Report
Statement from Union of Oromo Students in Germany (UOSG)
November 7 , 2006  - Since the end of 19th century Oromo and the majority of Ethiopian peoples have been victims of open and systematic genocide polices of successive Abyssinian ruling classes..Full Report
Beware of the EPRDF hate plan to divide Muslims and Christians!
November 1 , 2006  - The Anuak Justice Council (AJC) calls Ethiopians to not seek revenge against Muslims or Christians for the recent religiously based killings in Ethiopia. Instead, .Full Report
Somalia At A Critical Juncture, A Status Report From Inside The Somali Parliamen
October 31, 2006  - Despite well known deficiencies in the system in which the Transitional Federal Government (TFG) was created, most Somalis embraced it as a first step in the right direction toward a beginning of a long reconciliation process for our nation and for our people.Full Report
MELES DECLARES WAR ON OROMO IN HIS SPEECH AT PARLIAMENT
October 31, 2006  - Meles Zenawi has confirmed that he is going to embark on a new war against the Oromo, in his speech last week at the TPLF/EPRDF dominated parliament. Full Report
Zenawi vows to kill and jail opposition supporters in Oromia
October 30, 2006 — In his recent speech in parliament, Prime Minister Meles Zenawi threatened for an increased campaign in Oromia State to imprison and severely deal with opposition supporters and members.Full Report
Wayane is about to detonate its most deadly political bomb
October 29, 2006 - I felt compelled to write this short article after listening to an eyewitness video clip posted on Ethiopian Media website (http://www.ethioforum.org/) regarding religious conflicts that reportedly took place in the Jimmaa and Ilu-Abbaa-Boora zones of Oromia.Full Report

Unterstand the undemocratic nature of the Ethiopian regime
October 28, 2006 - The Horn of Africa, which comprises primarily Ethiopia, Eritrea, Somalia, Djibouti, and the Sudan, is currently known to the world by three hot spots of conflicts: Darfur, Ethio-Eritrea border conflict and the turbulent situation in Somalia, each of which can potentially lead to regional war.Full Report

 

 

Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.
High Ranking Ethiopian Armed Forces Join OLF (Picture)
Mata Duree Oduu
Suuraalee Irreecha 2006 laalaa
 
FDG:- Wayyaaneen Sahamrran Oromoo Mana Hidhaa Qaallittii Keessa Jiran Dararaa Jiru!
Sadaasa 20, 2006 (Oromiyaa) -Wayyaaneen shamaran Oromoo Mana adabaa Qaallittii  keessatti hidhaa turan keessaa sadii mana dukkanaatti galchuun dararaa hagana hin jedhamne irraan gahaa jiraachuu hubatame. Gabaasa Guutu
Artist Usmaayoo Muussaa Du'aan Addunyaarraa godaane
Sadaasa 19, 2006 (Oromiyaa) -Artistiin Oromoo beekkamaan Artist Usmaayyoo Muussaa guyyaa kaleessaa Magaalaa Ciroo baha Oromiyati du’aan addunyaa irraa godaane. Artist Usmaayyon nama gameeysa, hayyuu fii qabsaawaa ture. Gabaasa Guutu
FDG:- Ayyaanni FDG Magaalaalee garaa garaa keeysati Ayyaaneffame
Sadaasa 18, 2006 (Oromiyaa) - Ummanni keenna Magaalota akka dheeraa, Sagure, Asallaa, Ittiyya, Hasaasa fi Badiyaa keessati Ayyanaa Fincila Didda Gabrummaa Waggaa tokofaa ilaalchisee Magaalaa fi Badiyaa naaannoo kannini keessati haala garin ayyaneefata oolee jira. Gabaasa Guutu
FDG:- Zoonii Jimmaaa Ona Deedoo Keessatti Alaabaan ABO Fannifamee!
Sadaasa 16, 2006 (Victoria) - Godina Jimmaa Ona Deedootti Alaabaan ABO 3 gaafa guyyaa 6/3/99 ALHtti magaalaa Deedootti hidhameera. Gabaasa Guutu
IBSA EJJENNOO MISEENSOTA ABO KONYAA VICTORIA,AUSTRALI.
Sadaasa 16, 2006 (Victoria) - Miseensonnii ABO konyaa Victoria - Australia, FDG bara darbe haalaa boonsaatiin eegalee, injifaannolee gurguddoon itti fufa jiru ilaalchisee ibsa ejjennoo asitti aanu bafannee jirra. Gabaasa Guutu
Ibsa ejjaannoo Konyaa Frankfurtif Naannoo
Sadaasa 15, 2006 (Oromiyaa) - FDG ABO tin hogganamu Sadaasaa 9 bara 2005 ti haga har´aatti bifa ajaa´ibaatiin Oromiyaa mara keessatti adeemsifamaa jiraachuun isaa waan hedduu nama boonsu dha.. Gabaasa Guutu
FDG Oromiyaa Mara keessa Itti Fufee Jira!
Sadaasa 15, 2006 (Oromiyaa) - Akkuma beekamu FDG Godinaalee Oromiyaa Guutuutti itti fufee jira. Haaluma kanaan G/L/Sh Aanaa Daannoo fi Aaanaa Noonnoo keessatti uummati mormii isaa dhageessisaa jiraachuun isaa ibsame. Gabaasa Guutu
IBSA EJJENNOO MISEENSOTA ABO KONYAA GADAA BILISUMMAA (Kanada)
Sadaasa 14, 2006 (Oromiyaa) - Nuti miseensonni ABO konyaa Gadaa Bilisummaa waggaa 1ffaa Fincila Diddaa Gabrummaa uummatni keenya Sadaasa 9, bara 2005 eegale ilaalchisee obboloota kana irratti wareegaman yaadachuudhaan, magaalaa Edimenten(Edimonton) biyya Kanadaa keessatti sirna ho'aan kabajanne. Gabaasa Guutu
Ayyaana Sadaasa 9, 2006 kabajuu Midaa Qayyii fi Sagantaa Mallasaa
Sadaasa 14, 2006 (Oromiyaa) - Egaan akkuma beekamu FDG guutummaa oromiyaa keessatti sadaasa 9 irraa eegalee itti fufaa jiraachuun isaa ni beekama. Haaluma kanaan gaafa Sadaasa 9, 2006 guyyaa yaadannoo qabsaa’ota Oromoo godhachuudhaan..  Gabaasa Guutu
FDG Oromiyaa kibba Baha Oromiyaa keeysati geggeeffamee Oole
Sadaasa 12, 2006 (Oromiyaa) - Godina Kibba Bahaatti Ayyaanni FDG sadaasaa 9 Haala O`aan Kabajame! Lukkeeleen fi Basaasaan Wayyanee Oromootti Duulanii Hisisaa Jiru!   Gabaasa Guutu
FDG Oromiyaa naannoo garaagaraa keeysati bal'inaan geggeeffame
Sadaasa 12, 2006 (Oromiyaa) - Godina Kibba Bahaatti Ayyaanni FDG sadaasaa 9 Haala O`aan Kabajame! Lukkeeleen fi Basaasaan Wayyanee Oromootti Duulanii Hisisaa Jiru!   Gabaasa Guutu
Ibsa ejjannoo Guyyaa Yaadannoo FDG – Atlanta
Sadaasa 11, 2006 (USA) - Yaadanno Fincila Didda Gabruummaa waggaa tokkoffa laalchise miseensonni Adda Bilisumma Oromo konyaa Atlanta  Gabaasa Guutu
Ibsa ejjannoo Guyyaa Yaadannoo FDG – Seattle
Sadaasa 11, 2006 (USA) - Ummanni Oromoo finqila diddaa gabrummaa eega jalqabee gadaan heddu lakkayatee jira. kuni raga kan tahu keessaa osoo qabsoon Oromoo Haala dhaaba siyaasaatiin hin utubamin Oromoonni Wolloo  Gabaasa Guutu
IBSA  EJJENNOO  CAYAA OROMOO  KAARTUM  SUDAAN
Sadaasa 11, 2006 (Sudan) - Ummati Oromoo duula koloneeffachuu gita bittuu Habashaatii  eegalee  bakkayyutti fincila diddaa gabrumaa  geggeessaa turuu isaa seenaan raga baha. Ilmaan Oromoo qaqqaaliin  Gabaasa Guutu
Yadannoo guyyaa FDG fi Ibsa ejjennoo Konyaa ABO Kaaba Jarmanii
Sadaasa 11, 2006 (Jarmanii) - Nuti miseensonni ABO Konyaa Kaaba Jarmanii waggaa 1ffaa Sadasa 9 bara 2005 guyyaa itti FDG golee afran Oromiyaa keessatti haala qindawominan egalee waggaa tokkoof osoo wali irraa hin citin itti fufee jiru haala Gabaasa Guutu
Shawaa Lixaa(Xiqur Incinnii) fi Shawaa bahaa (Adaamaa)
Sadaasa 11, 2006 (Oromiyaa) - Haalaa yaadannoon wareegamtoota FDG itti rawatee L/shawaa keessaa aanaa Xiqur/Iti haala addatiin akka kabajamee ole oduun achi nuqaqabuu ni addessaa akkasumaas baha shawaa Bushooftutii mana bar/ boolee fi mana bar/kaattaa jedhamanitii jequmsaa umaameen Gabaasa Guutu
Kurfiin Ayyaana Waggaa 1ffaa FDG itti fufee jira
Sadaasa 10, 2006 (Oromiyaa) - Ganna tokkoffaa FDG bifa haarayaan Sadaasa 9, 2006 jalqabame ayyaaneefahuun itti fufee olee jira Gabaasa Guutu
YAADAANNOO WAGGAA TOKKOFFAA FINCILA DIDDAA GABRUMMAA (USA)
Sadaasa 11, 2006 (Oromiyaa) -Oromonni erga oromiyaan waanjo grbrummaa jalatti kuftee yeroon isaani garbumaa fudhataan ta’aan hinturee. Yeroo adda addatitti, bakka adda addatitti ficilaa fi diddaa godhanijiruu. Gabaasa Guutu
Waggaa tokkoffaa FDG ilaalchisee ibsa Ejjennoo Qondaalota Kutaa Kanaadaa,
Sadaasa 11, 2006 (Oromiyaa) -Fincilli Diddaa Gabrummaa Onkoloolessa 9/2005 irraa jalqabee golee Oromiyaa hunda keessatti boba’e kan eenyummaa fi irree saba keenyaa alagaa fi diina hubachiise caalaa dhageettii fi jaalala dhaabni keenya ABO, Gabaasa Guutu
Sadaasa 9,2006 Yaadannoo Gootota FDG irratti wareegamanii Oromiyaa keessatti haala Aja`ibaan Kabajamee Ooleera!
Sadaasa 10, 2006 (Oromiyaa) - Magaalaa Gimbiitti Yaadannoo gootota FDG irratti wareegamaniif walqopheessaa barataa Oromoo Tigiraayitti ajjeefame reeffasaa simachuuf iyya waliif dabarsaa bubbulani! Gabaasa Guutu
FDG Marsaa Lammaffaa Amboo fi Oromiyaa Bakka Bakkatti Muldhachaa Jira,
Sadaasa 10, 2006 (Oromiyaa) - Fincilli diddaa gabrummaa Oromiyaa mara keessatti qabatee fufiinsaan waggaa tokko ol ta`e dhaamsuuf wayyaanonni ijoollee keenya ajjeesan, maanguddoo keenya hidhan, qaanessan, maanguddoota keenya eeboon waraananii si dhukkubaa jedhanii gaafachuun itti qoosan, Gabaasa Guutu
Yaadannoon Gootota FDG irratti wareegamanii sirna ho’aan kabajame!
Sadaasa 9, 2006 (Oromiyaa) - Hawaasni Baqattoota Oromoo Keenyaa dhibba jahaa ol ta’u sirna yaadannoo Gootota FDG irratti wareegamaniirratti argamee guyyaa har’aa(Sadaasa 9,2006) sa’aa 2:00wb-6:00wb tti haala ho’aan kabajee ooleera! Gabaasa Guutu
Ummata Oromoo fi FDG Sadaasa 9,2005 bifa addaan babal'atee
Sadaasa 9, 2006 (Oromiyaa) - Oromoo wareegamee akkanaan walitti nu fide seenaan haa yaadattu! Waaqayyo Lubbuusaaniif boqonnaa haa kennu!!Dhugaa isaan wareegamaniif ifatti haa baasu! Gabaasa Guutu
Dhaamsaa fi Seenaa Gabaabduu Barataa Shibiru Damissee Barattoota Yuniversty Maqalee Irraa
Sadaasa 9, 2006 (Oromiyaa) - Baratan Shibbiruu Damisse Baatii bara 1982 godina Wallagga dhihaa  aanaa Hoomaa, ganda Siibaa Yesuusitti dhalate Gabaasa Guutu
FDG: Ummanni Oromoo FDG Marsaa Lammaffaa Itti fufe!
Sadaasa 9, 2006 (Oromiyaa) - Wayyaaneen Ummata Oromoo Hidhuu fi Hiraasuu Jabeessite! Oromoonis Haga Dhumaatti QBO Waliin Dhaabbachuuf Waadaa Isaa Haromfachaa Jira! Gabaasa Guutu
Ibsa Ejjennoo Guutaamaa Hawaas,[wiinpeeg], Kaanaadaa
Sadaasa 9, 2006 -Miseensonniifi deeggartoonni ABO konyaa Guutaamaa Hawaas,[wiinpeeg], Kaanaadaa, FDG bara darbe haalaa boonsaatiin eegalee, injifaannolee gurguddoon itti fufa jiru ilaalchisee ibsa ejjennoo asitti aanu bafannee jirra. Gabaasa Guutu
Bobbaan Koree Kutaa ABOUSA Injifannoon xumurame
Sadaasa 7, 2006 (Oromiyaa) - Koreen Kutaa  ABO USA, gotoonni  ilmaan Oromoo qabsoo ABOn hogganamutti makamuu isaani ka dhaageetee ganama koraa guddaa USA/Canada ti ture. Kora barana magaalaa Minneapolis keessatti  ta’ee irratti Addi Bilisummaa Oromoo dhaaba ennullee  mormee uguruu gayuu hindandenne  tahuu isaa ragaan Oromoota  kora baranaa  irratti argaman mull’isee jira. Koreen Kutaa seenaa gootonni ilmaan Oromoo hojjatan kana dhaageetee osoo gammaachuu kora guddaatuu hinfixatin ture.  Milkiin milkii irratti jechoon akkana. Gabaasa Guutu
Walgahiin Hawaasa Oromoo BC Kanada Injifannoon xumurame
Sadaasa 4, 2006 - Sadaasa 4, bara 2006 hawaasnni Oromo magaalaa Vancouver keesa jiraatu walitti dhufuudhaan haala QBO kan ABOdhaan dhurfamu yeroo ammaa irra gahe irratti ibsa qondaalota koree ABO kutaa kanadaa irraa kanname dhageefachuun maree bal'aa adeemsisanii jiru. Gabaasa Guutu
FDG: Godina Baalee Kolleejjii Roobee Keessatti OPDOn Rakkoo Uumaa Jirti!
Sadaasa 7, 2006 (Oromiyaa) - Barattoti Oromoo Yuniversity Gondar Ajjeechaa Wayyaanoonni Barataa Oromoo Yuniversity Malqlee Irratti Raawwatame Ilaalchisee Nyaata Lagatan! Gabaasa Guutu
Dhaamsa Barattoota Oromoo Maqalee fi oduu Oromiyaa
Sadaasa 6, 2006 (Oromiyaa) - Duuti waggaa waggaa barataa oromoo yubarsiitii maqalee dambii nutti taate. Akkuma beekkamu bara 1993 ALHtti barataa Oromoo SIMEE TARRAFEE jedhamu kaloo ykn mooraa inni itti baratuu fuudhanii laga gubaa geessanii morma isaa muranii biraa deemmuun enyullee kan wallaallu miti. Gabaasa Guutu
Mootummaan wayyaanee rakkoo garaagaraatin hubamaa jirti
Sadaasa 4, 2006 (Oromiyaa) - Wayyaaneen Diddaa Ummataa, Rakkoo Keessaa, fi Waraana Biyya Ollaan Hudhamtee Waan Qabdee Waan Dhiiftu Wallaaltee Jirti. Gabaasa Guutu
Lukkeeleen Barattoota Oromoo Ragaa Barnootaa Dhorkaa Jiru.
Sadaasa 3, 2006 (Oromiyaa) - Godina Jimmaa Ona Saqqaa Coqorsaa keessatti barattoota waraqaa Maatirikii dhorkatamaa jiru. Akka kanaan barataa Abdul-aliil A/Maccaa jedhamu jiraataa Ona Shabee Somboo kan ta’e waraqaa kana dhorkatamee jira. Gabaasa Guutu
Odeessa Biyyaa
Sadaasa 2, 2006 (Oromiyaa) - Akkuma beekamu durumaa kaasee diinonni Oromoo kophaa isaanii uummata Oromoo koloneeffatan ykn gabroomfatan osoo hin ta’iin warra akka daancee fi Habtegoorgisii Gabaasa Guutu
FDG:-Lukkeeleen Barattoota Oromoo Ragaa Barnootaa Dhorkaa Jiru.
Sadaasa 1, 2006 (Oromiyaa) - Lukkeeleen Barattoota Oromoo Ragaa Barnootaa Dhorkaa Jiru. Gabaasa Guutu
IBSA IJJANNOO KONYAA MUL’IS ABBAA GADAA TORONTOO KANADA
Onkololessa 29, 2006 (Toronto) - Haala yeroo kan QBO fi rakkoo mootummaan wayyaanee yeroo ammaa kana sababa Amantiitiin Oromoo fi Saboota biroo jiddutti uumte irratti marii bal’aa goonee Rakkoo sababaa amantiitiin ummata keenyaa fi Saboota biroo jidduutti wayyaaneen qabsiifteen namoonni nagayaan bara dheeraaf waliin jiraachaa turee hedduun dhumuu hubannee jirra.Gabaasa Guutu
Mallasaa Fi Parlaamaa Isaa Gidduu Kanaa
Onkololessa 31, 2006 (Oromiyaa) -Raayyaa Ittisa Biyyaa Daangaa irra jiran keessaa lammiin kan oromoo ta'an baay'inni isaanii  10,000 kan ta'an yeroo ammaa wayyaaneen hojiirraa ari'achuuf irratti hojjechaa akka turtee fi yeroo ammaa karoora isaa xumurtee qophaa'aa kan jirtu keessaa kan irratti qophoofte keessaa dhaamamu: .Gabaasa Guutu
Mallasaa Fi Parlaamaa Isaa Gidduu Kanaa
Onkololessa 29, 2006 (Oromiyaa) -Mallas Zeenaawwii paarlaamaa wayyaaneef gidduu kana haasawaa godhe keessatti ummata Oromoo irratti duula bal’aa banuuf sagantaa bal’aa akka qabu ibsuun ammas dhaadachuu itti fufee jira.Gabaasa Guutu
Walgayiin Qondaalotaa fii Dabbalootaa Koonyaalee Biyya Kanada Milkiin Xumurame.
Onkololessa 29, 2006 (Kanada) -Walgayin Qondalootaafii dabbaloota ABO koonyaalee Magarasaa barii,Saartuu Bonayya,Milkeessaa gadaa fii Gadaan Gadaa bilisummaa kan kutaa Kanadaa keessatti argaman Seeminaara barnoota ufi keessaa qabu, gaamaaggama dirqama dabbalootaa fii haala qabatamaa amma dhaabnni keenya keessa jiruufi dirqama nurraa eggamu irratti walitti qabuudhaan mariileen guyyaa lamaafii 28/10/06-29/10/06 magaalaa Edmonton,Albartaa keessatti raawwatamaa ture injiffanoon Xumuraamee jira.Gabaasa Guutu

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net