Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Ibsa ejjaannoo Konyaa Frankfurtif Naannoo

FDG ABO tin hogganamu Sadaasaa 9 bara 2005 ti haga har´aatti bifa ajaa´ibaatiin Oromiyaa mara keessatti adeemsifamaa jiraachuun isaa waan hedduu nama boonsu dha. Nuti miseensotni ABO Konyaa Frankfurtii fi Naannoo FDG waggaa 1ffaa golee Oromiyaa mara waliin gahee fi hooggana ABO dhugoomse, kan Oromoo yeroo tokkicha akkasitti gurmeessee walduukaa sossoose kun bilisummaa isaa gonfachiisuuf akka yeroo irraa hinfudhatne mirkanneessee jira. Kanaaf, waggaa tokkoffaa ayyaanaa FDG kana ilaalchisee nuti miseensoti ABO konyaa Frankfurti fi naannoo ibsa ejjennoo armaan gadii dabarfannee jirra.

  1. Gootowwan ilmaan Oromoo FDG kana irratti wareegaman bara baraan seenaan kan yaadatu ta`uu isaa ibsa, warreen midhaan qaamaa fi balaan gara garaa irra gahe waan dandeenyu maraan kan bira dhaabbannu ta`uu keenya ni ibsina.
  1. Sababa FDG nis ta`e Oromoo tahanii dhalachuu isaaniif kan Wayyaaneen mana hidhaa gara garaatti guurtee gochaa faashistummaa gara garaa irratti raawwachaa jirtu sagalee guddaan balaaleffachaa akka isheen hatattamaan hiiktu ni akeekkachiifna.
  1. Qabsoon haqaa dheeratus ni mo`ata waan taheef FDG kun hanga Oromiyan bilisoomutti akka itti fufu gaafachaa nutis karaa gama keenyaa waan nurraa eegamu mara gochuuf qophaawoo ta`uu keenya ibsina.
  1. Duguuginsa Sanyii Mootummaan Wayyaane Ummata Oromoo irraatti raawwachaa turtee fi ammas akka haaraatti labsattee jirtu jabeessinee ni balaalefanna.
  1. Wayyaaneen umurii bittaa ishee dheereffachuuf Ummatoota gara garaa amantiin, qomoon, daangaan, qabeenyaan walitti buusuun umrii bittaa ishee dheereffachuuf carraaqii irra turte ammas ittuma jirti. Toftaa qoqqoodanii bituun umrii ishee dheereffachuuf isheen gochaa jirtu kana hundumtuu beekee akka irraa ofeegatu ni hubachiifna.
  1. Kaayyoo TBD hin galiniifis ta´e beeka qabsoo Oromoo dura dhaabbachuuf namoota akka jaarmaattis ta`e nam tokkeen olola dharaa TBD irratti gaggeessan dura ni dhaabbanna. Umrii bitta Wayyaanee gabaabsuuf kaayyoo TBD ijaarameefis hamilee guutuun ni deegarra.
  1. Deegarsa qabsoo bilisummaa Oromoof goonu daran cimsuun FDG kana sababii gochuun miseensoti hundumtuu qarshii ofirratti rammadnee jira.

 

Gadaan gadaa bilisummaa ti!

Injifannoo ummata Oromoof!

Miseensota Konyaa ABO Frnakfurtif Naannoo

 

Sadaasa 12. bara 2006

 

 

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net