Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Artist Usmaayoo Muussaa Du'aan Addunyaarraa godaane


Sadaasa 19, 2006 (Oromiyaa) - Artistiin Oromoo beekkamaan Artist Usmaayyoo Muussaa guyyaa kaleessaa Magaalaa Ciroo baha Oromiyati du’aan addunyaa irraa godaane. Artist Usmaayyon nama gameeysa, hayyuu fii qabsaawaa ture. Artist Usmaayyon nama sabboonaa jireenya isaa dura rakkoo saba isaatif uf kennee haala hedduu hamaa tahe keeysati qooda ciccimoo kafalaa hamma guyyaa du’a isaati qabsaawaa ture.

Artist Usmaayyon rakkoo saba isaatif osoo qabsaawaa jiruu mootummaan tigree qabddee waggaalee hedduuf mana hidhaa keeysati rakkoo akkana hin je’amne irraan geessee turte. Mana hidhaa keeysati goddaatii tumamiinsa irraa isarra gaheen yeroo dheeraadhaf dhukkubsataa akka ture oromooni isa beekan ni himan. Tumamiinsa fii rakkoolee yeroo dheeraadhaf irra turerraa kan ka'e osoo hin fayyin du’aan addunyaa irra gale.

Awwaalcha Usmaayyoo kan kaleeysa sirna cimaadhan geggeeffamerrati Sabboonttonni Oromoo awaalcha kanarrati argaman Qabsaawan Kufus qabsoon itti fufti dhaaddannoo jettu akka dhiheeysaa turan oduun achirraa dhufte ibsiti. Waaqni firoota isaatifii sabboontota Oromoo haa jajjabeeysu jenna.

Seenaa gabaabaa usmaayyoo yeroo nu dhaqqabe isiniif dhiheeysina.

GGB

 

 

 

 

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net