(Madda Oduu ABO/MOA/Amajjii 3, 2010) Amajjin tokko Guyyaan WBO seenaa qabsoo Uumata Oromoo ABO’n geggeefamu keessatti bakka gudddaa kanqabuu fi bara baraan golee Oromiyaa fi Oromoota biyaa ambaa adda addaa keessa faca’anii jiraatanii ni kabajama.Guyyaa WBO mirgaa fi Oromummaa WBO nu gonfachiisaan yaadachaa fi falama abbaa bi yyummaa Oroof jabaannee qabsaa’uuf guyyaa waadaa keenyaa itti haaromsinu dha.
Kanaaf nutiis Misensoonfi degartoon ABO kuta New Zealand keessa jiraanu guyyaa kana ilalchisee konyaa jiru keessa bakka tokkotti walitti dhufne sirna ho’aan kabajanee holeera.Walgahiin kun akkuma adaa Oromootti ebba mogudotiin baname faruu Aalabaatiin cufamee jira.
Walgahii kana hasadhaan kana banana duraa’taa Kuta Neazland yeroo ta’aan halaa qabsoo Bilisummaa Oromoo yeroo amma kana erraa jiruufi guyyaan kun maliif akka kabajaamu ibsii balaan kenamee jira.
Kantii hasudhaan bakka buooni konyaa fi bakka buooni kutaa walduraa dubaan ibsaa balla kenanii jiru,aksumaas walgahiin kun kara saraara paltokitiin Uumman Oroomoo adunyarraa jiru akka irraa qoda fudhatu godhamee jira.
MOA