Lukkeewwan kana Raawwachaa jiran bakka bu`un ajajaa fi qajeelafama hojii basaasaa fi tikaa Wayyaaneen/Ilmaan Tigirootaan itti kennameef kaneen Bariisotaa fi barattoota Ilmaan Oromoo kana halkan mana barumsaa fi mana jireenya isaanii keessaa ukkamisanii qabanii hidhannii fi hisisaa jiran Sab-gantoota ergamtootaa diidaa:
1/Amsaaluu Bokoree Bareessaa gandaa maagalaa Qeelloo kan ta`e,
2/Dachaasaa Galataa Basaasaa Wayyaanee kan ta`e dha.
MOA
Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.