Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu
 

Barataa Oromoo Alamaayoo Mana Hidhaa keeysati Ajjeefame












Alamaayyoo Garbaa Hurubaa

Muddee 11, 2005 (Oromia) Barataa unvarsiitii kan ture yeeroo darbe mana hidhaa qaallittiitti iddoo taa`utti mana keessatti kan rukutame Barataa Alamaayyoo Garbaa Hurruubaa  Mudde 9, 2005 Hospitaa Xiqur Anbessa jedhamu keessatti  Boqate. Alamaayyon  waldhaansa dhoowwatanii kan ajjeesan yoo ta`u wayyaanonni hidhamtoonni baduudhaaf yoo yaalii godhan rukutaman (ajjeeffaman) jechaa waan turaniif .Alamaayyon Mana keessatti iddoo taa`utti waan rasaasa rukutaniif yoo fayyee  jiraate raga nutti ta`a jedhanii  beekaatuma waldhaansa dhoowwatanii akka ajjeesan malee madaan isaa dabarsee kan du`aa isa laatuu miti jechuun hiriyyooni isaa ni dubbatu.

Asiin dura yeeroo rasaasan rukutamee hospitaala jiru otoo
hin bayyanatin hatattamaan akka hospitaala ba`u taasisuun
nibeekkama. Ammas yoo ba`e ragaanutti ta`a siyaasa nujalaa
balleessa jedhanii beeka akkaa ajjeesan beekkamaadha.  Alaamaayyon
uumamuma isaatin luka isaa kan dhukkubsatu yoo ta`u kaatee mana
hidhaatii kan milqu dhiifnani “Kiraanchidhaan” malee nama deemu hin
dandeenye ture.

 

Qabsaawaan ni kufa qabsoon itti fufa!

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net