Ebla 25, 2010 (Toronto, Canada) Hiriirri Ergamtoota wayyaanee dura dhaabbaachuuf Hawaasa Oromoo Magaalaa Torontoo fi naannawa torontoo jiraataniin qophaawe kan guyyaa arraa Ebla 25/2010 magaalaa Torontotti gaggeefame Injifannoon Xumurame. Hiriira kana irratti kana irratti Hawaasni Oromoo fi hawaasni Ogaadeen hedduminaan irratti argamanii jiru.