Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Hiriirri Nagayaa Kan Magaalaa Toronto Kanada ti Diddaa Hirmaannaa walgahii G20 Abbaa Irrummaa Malas Zinawi irrati Geggeeffame Injifannoon Xumurame.
 
   

Waxabajii 26, 2010 (Toronto, Canada) Hiriirri nagayaa kan dura dhaabbannaa hirmaatinsa PM Males Zinaawii guyyaa kalee as magaalaa Toronto keessati geggeefame injifannoon xumurame. Hiriira nagayaa kan sabaaf sablamoota addunyaa hirmaachise kanarrati Oromoonni magaalaalee baha Kanada hedduu keessaa dhufanii hirmaatanii jiru.

 

Hiriirri nagayaa kun yeroo 8:00WD - 2:00WB kan deeme yemmuu tahu eegallii isaa mana mootummaa kutaa Ontario duraa ka'uudhan gama naannoo walgahichi G20 itti walgahuti dhihaachun dhaamsa dabarfatan. Dhaaddanoolee dhihaatan keessaa:-

1) Oromiyaa ni bilisoomti!
2) Oromoonni heeraa alati hidhaman haa hiikkaman
3) Democraasin jiraattu malee nagayni hin jiraatu
3) Abbaa irree kan ta'e Mallas walgahii kanarati afeerun sirrii miti
4) Mootummaan Kanadaa garggaarsa mootummaa Mallasif kennu haa dhaabu fii kanneen biraatis turan.

Hiriira seena qabeessa tahe kanarrati xalayaan gochaa mootummaa Mallas saaxiltu hirmaattota fii ummata biyya ambaa kanneen naannoo sanati argamaniif hiraman. Xalayaalee naannoo kanati hiraman keessaa takka as jala tuqii dubbisi

Some of the dictatorial natures of Ethiopian PM Meles
Zenawi and his regime

 

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net