Seensa Walgayiin miseensota korilee hojii geggesituu konyalee fi kutaa ABO biyya Jarmanii Adoolessa 25 bara 2009 magalaa Frankfurt kessa itti geggefamera. Miseensoti walgayii kanaa haala ijaarsa konyaalee fi kutaa ABO biyya Jarmanii fi adeemsa qabsoo bilisummaa Oromoo yeroo ammaa irra itti ballinaan ergii mariyatneen booda murtilee armaan gadii dabarfachuun walgayicha milkoominaan xumurannerra.
Ibsa ejjannoo
Injifatnnoon ummata Oromoof ! Gadaan Gadaa Bilisummaati! Hirmattota walgayii miseensota KHG konyalee fi kutaa ABO biyya Jarmanii Jarmanii, Frankfurt
Adoolessa 25 bara 2009