(Madda Oduu ABO/MOA/, Waxabajjii 3, 2008) Hammeenya daangaa hin qabneen,gochaa sanyii duguggii ummata Oromoo irratti Wayyaanoti raawwataa jiraniin baatii Caamsaa 2008 irraa eegalee dhiha Oromia Wallagga keessatti ummata Gumuzii meeshaa guutuu hidhachiisuun ummata Oromoo meeshaa maleenyyii qe’ee isaa irra jiraatu ficisiisuun beekamaa dha. Akka kanaan lammiin Oromoo balaa kanaan lubbuun isaanii darbee fi kanneen qabeenyaa fi qe’een isaanii barbadaaye hangi tokkoo armaa gaditti warra maqaan tarreefame dha.
Naannoo Angar
Kaampii 4ffaa namoota du’an
1. Tarfaa Nagarii
2. Asmaaree Chekkol
3. Kabbadaa Galataa
4. Fiqaaduu Ol-qabaa
5. Boggaalee Waaq-tolee(Iji isaa kan hin argine)
6. Fiqaaduu Salbaanaa
7. Salbaanaa Galataa
8. Tamasgeen Ol-fuudhaa
9. Saamu’el Tamasgeen( barataa dha)
10. Biraanuu Daargee
11. Badirii Tamasgeen
12. Daargee Shifarraa
13. Hayiluu Mattaaferiyaa
14. Fooloo Bultii
15. Lammaa Olii
16. Misgaanuu Mitikkuu
17. Irranaa Jiilchaa ( Jaarsa waggaa 100)
18. Mitikkuu Yaadataa
19. Kadir Yuuyyaa
20. Abdii Masfin ( dargaggoo waggaa 12 qaamni hormaata isaa kan
irraa muramee du’e)
21 .Fayyisaa Wadajoo
22. Amsaaluu Gabayyoo
23. Taaddasaa Dirribsaa
24. Tasfaa Awwaataa
25. Taaddalaa Waldee
26. Waaqshum Gaaromaa
27. Tasfaayee Qana’aa
28. Waq-gaarii Deettii
29. Bushaa Dhaabaa
30. Moosisaa Tasgaraa
31. Misgaanuu Caalii
32. Zalaalam Sabbooqaa
33. Sitayyoo Mitikkuu
34. Tasfaayee Asras
35. Tsaggaa Turaa
36. Yohaannis Mulaatuu
37. Dojaa Daangi’aa
38. Ittafaa Kabbadaa
39. Kumarraa Duuressoo
40. Baacaa Ittafaa
41. Dhaabaa Muntaa
Oromoota maqaan abbaa isaanii ammaaf hin beekamne qonnaaf jedhcha bakka biraa
irraa kan dhaqan.
1. Ifaa Asaffaa
2. Tasfaayee Mangashaa
3. Olaanii
4. Soolanee
5. Badirii Jamaal-(dubara)
Mandara 8ffaa irraa namoota ajjeefaman
1. Zallaqee Hordofaa
2. Waq-gaarii Tufaa
3. Daggafaa GAmmadaa
4. Salamoon Waanaa
(hundinuu qaamni hormaataa isaanii kan irraa muramee ajjeefamani dha)
Mandara 5ffaa irraa namoota du’an
1. Taammanee Ittaanaa
2. Dabalaa Tarfaa
3. Ittaanaa
Baloo Bareedaa irraa
1. Fiqaaduu Ayyaanaa
Kaampii 4ffaa
Oromoota qabeenyii fi manni jalaa gubatee balaaf gaaga’aman.
1. Abaabee Gurmu 1
2. Abrihaam Saaniyoo 1
3. Addaam Mokonnoon 1
4. Amsaaluu Ejjetaa 1
5. Ashabbir Tasfaayee 1
6. Birraatuu Yaadataa 1
7. Caaltuu Likkaasaa 1
8. Dabalaa Abdiisaa 1
9. Dabalaa Abdiisaa 1
10. Danbal Awway 1
11. Duulaa Ejjetaa 1
12. Duulaa Ejjetaa 1
13. Fiqaaduu Ol-qabaa 1
14. Fufaa Gonfaa 1
15. Gammachuu Ejjetaa 1
16. Garramoo Dhaabaa 1
17. Getaachoo Waaq-tolee 1
18. Girmaa Birraatuu 1
19. Girmaa Yohaannis 1
20. Guddataa Nagaasaa 1
21. Gulummaa Sabboonaa 1
22. Habiib Sayid 1
23. Indaalee Waq-gaarii 1
24. Ittafaa Gonfaa 1
25. Lammaa Mollaa 1
26. Mulugeetaa Tarreessaa 1
27. Namarraa Diimaa 1
28. Qajeelaa Mitikkuu 1
29. Qananii Galataa 1
30. Saamu’el Taasisaa 1
31. Salamoon Baayyuu 1
32.. Sintaayyoo Dannaqee 1
33. Takiluu Ayyaanaa 1
34.. Takkaa Caalii 1
35. Tamasgeen Ol-fuudhaa 1
36. Tunee Nagarii 1
37. Yaadasaa Badhaasaa 1
Akkasumas yeroo lola kanaa Oromooti lubbuu isaanii fi maatii isaanii baafachuu ykn tikfachuuf jedhcha, Gumuzoota of-irraa ittisaa ykn tiksaa turan mootummaan Wayyaanee bakka isaan jiranitti adamsee qabaa ture,jiras. Oromoota lubbuu isaa irraa diina ittisuuf warraaqu kana, “warri Gumuzootaa yoo wallaalanii isin lolan Oromon akkamiin deebisee lola? Kanaaf ballesitaniittu” jedhchuun nama 200 ta’an hidhee mana hidhaatti hiraarsaa jiraachuu MOA gabaasa.
Gama kaaniin naannoo dhiha Oromiyaatti Poolisoota dhalootaan Oromoo tahan lolli kun sirnaa ala Oromoo irratti tahaa jira, jedhanii ummata bira dhaabbachuu barbaadan isin ABO dha jedhanii yakkuu fi lola Poolisoota feederaalaa waliin walitti kaasisuun mul’ata. Poolisooti Oromo tahan kana irraa mufii fi aarii qaban milishoota Federaalaa waliin naannoo Diggaa jedhamutti walitti bu’uunis beekame.
Loluma kanaan wal qabatee ABOn ola natti kaasuufi kan jedhuun Wayyaaneen humana waraanaa guddaa gara Wallaggaa fi Asoosaa,Gambeelatti guuree qubsiisee akka jiru madden gabaasu.