Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Fincila diddaa gabrummaa


Ebla22, 2007 (Oromiyaa) - Barattoota Oromoo Yuniversity Gondar Irraa Arihamaa Jiru! Barattonni Oromoo university Gondar jiran yakka homaa osoo hin godhiin akkasumatti barumsa isaanii irraa ari’amaa jiuru. Kaampassii maaraakii lakkofsa 2 jedhamu kessaa kan ari’aman.

  1. Barattu  Mintaamir abboomaa barattuu waggaa 2ffaa
  2. Barataa Bokoka Tasfaayee barataa wagga 2ffaa fii
  3. Barataa Xajjoo Taaboor gutummaan gutuutti dallaadhaa kan ari’amaani yota’u Eebila 17 2007 irraa kaasee yakka tokko maleee naanno dirree xiyaaraatti argamtan jechuun waajira poolisii azazoo lakkfsa 5 keessatti elektriikiin waaddammaa kan jiran
  1. Maarqoos Oljira – baarataa tuuriizimii waggaa 1ffaa
  2. Sooranaa Jaalataa  - barataa tuurizimii
  3. Jabessaa Fiixuma    - barataa tuuriizimii
  4. Soofiiwan Abdallaa    - barataa tuuriizimii
  5. Gammachuu Addaamuu  - barataa FBE
  6. Garbaaa Adaalu    - barataa FBE

Barattoonni kun dararamni guddaan akka irra gahuufii akka hin hiikkamne kan gocha jiru afafaa 50 Azeezo Gazzaahaany ta’uusaa beekkameera.

-         Ayyaana Wareegamttoota Oromoo Ebila 15 mooraa Univvvarsitchaaa keesatti kabajameera.

*********

Dararaa fi Hidhaa Uummata Oromoo Aanaa Anfilloo Keessa Gahaa Jiru!

Yeroo amma kana Oromoon hedduun rebama hidhama Jiraachuun bekama dha. Kana irra kan ka’e ji’a mudee irra egale hanga  ammati anaa anifiloo keessati  irra caala amma bakka Garijedaa jedhamutii namonnii rebamaa fi hidhama biyaa keessasi godaana jiru. Wani ta’efi ummati Oromoo akka nufii dirimatu jecha jiru.

Kani dararama jirani keessaa :

1. Nebiyu bairu, 2. Yadeta mamoo, 3. Ligaba balicha, 4. Getane jalijesa, 5. Sanibato wiritu

6. Abidulibaqi ma’medi, 7. Tesama likasa, 8. Milikii Qanoo, 9. Getacho Dhugasa, 10. Ayyana kophi

11. Ragasa Damma, 12. Solomoni Guta, 13. Yadata Ayyana, 14. Fayisa Budee

Kan Bakka issan hin bekamine

1. Qajela Abidara, 2. Faqada Gurimesa, 3. Gamada Bayisa, 4. Efiremi Dhaba yeroo ta’ani hanga Ammati rakacha jiru. Sababni itti hidhamanii ammoo WBO qalabidu jedhamuun gidirfamaa jiru.

*********

Ilmaan Oromoo Waan Ayyaana Gootota Oromoo Kabajaniif Hidhaatti Guuraman.

Lukkeewwan diinaa Anna Gidami keessa jiran akka Minaaseen TVtiin Itiyophiyaatti guyyaa goototaa kabaje jedhee qaaquu otoo arganii ykn quba hin qabaatiin ilmaan Oromoo maaliif Guyaa gotota kabajatani jechudhani Namota 27 Mana hidhaatii gurani Gidirisa jirachu issan Issini hubatame. Maqani issanis kunoti :

1. Jigisa Dheresa, 2. Tolosa tasigara, 3. Bayiru lucoo, 4. Dhisa, 5. Isigesa’u thaga, 6. Garuma taresa

7. Gudina karara, 8. Doromibosi Assafa, 9. Lalisa Abbate, 10. Lamesa mussa, 11. Abiyotiiwagga

12. Orra sanibatoo, 13. Cibisa orra, 14. Nuru addami, 15. Tadale Biranu, 16. Mamushi abara

17. Sanaferii, 18. Malikamu baca, 19. Bulicha ararisa, 20. Bona sayile, 21. Lidatu Guta,m 22. Giza’u Ashagire, 23. Azebi, 24. Alli, 25. Sisayii asayee, 26. Ayyana, 27. Barikesa, Kan jedhaman Guyyaa ayyana gootota kabajatani jedhani hidhani jiru. Waan ta’ef ummati Oromoo mariti akka nuu dirimatufiif qabsoo bilisummaaf Demokrasiif godhamu daran jabeessee itti fufu dhamataniiru.

*******

Wayyaaneen Sakatta'aa naannoo Gindabarati Gageessuun Ummata Nagaa Hiraarsuu Itti Jirti.

Wayyaanee fi Lukkeen Waraanni Bilisummaa Oromoo naannoo Gindbarat seenee jira jechuun humna waraanaa guddaa naannoo kanatti bobbaasanii ummata nagaa jeeqaa jiru. Waraanni wayyaanee kallattii Guduruu fi Jalduutiin gara Hawwaxootti akka duulaa jiru hubatameera.

Waraanni wayyaanee konkolaataa lamaan fe'amee karaa Jalduu irraan gara Gindabaratitti socho'ee jira. Konkolaatotni lamaan kun gabatee UN ofitti maxxanfatanii, konkolaataa UN fakkaatanii akka socho'a jiranis beekameera.

******** 

Naannoo Kofaleetti ayyaanni OPDO Kan ayyaana goototaa fashalsuuf qopheeffame gootota barattoota Oromoo kofaleen fashale. Guyyaa kanatti OPDOn ayyaana isheef waamtus barattoonni naannichaa ayyaana keessan hin kabajannuu jechuudhaan
dabballoota Wayyaanee kophatti hambisuudhaan qaanessaaniiru.

Haaluma wal fakkaatuun mootummaan wayaanee tarkaanfii Qoree irratti fudhatameen wal qabsiissuudhaan namoota gara kudhanii shaniitii ol yemmuu hidhu namoota armaan gadii kanatti isaanis;

 Aliyyi Datuu, Aliyyi Galgaluu, fi Huseen kanneen jedhaman keessatti akka argaman hubatameera.

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!

 

 


Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net