Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Weerarri Wayyaanee Deeggarsa Ummataa Tokkollee Hin Qabu!

Amajjii 1, 2007 (oromiyaa) - Godina Wollagga bahaa aanaa Jimmaa Arjoo keessatti miseensonni mandhee maqaa Leenca Waama jalatti gurma’an akkuma warra kaani lola waayyaanneen sumaalee irratti
labsitee ABO immoo ittiin maqaa xureessuu yaaltu balaleefataniiru. Mandheen kun ji’a kana qar 150 gumaacha bilisumaaf erga godhaani booda kun ji’a ji’aan akka itti fufu ibsaniiru.
-Aanaa kana keessatti waayyaanneen lola labsame nu degara jechuun miseensotta ishee walitti yaafte amansiisu ha yaaltu malee deebiin miseensotashee  bira deebi’eef garuu nuti lola hin barbaanu, lolichi nu hin ilaalatu, dhiigni saba keenya weerara gatii hin qabneef hin dhangala’u, nuti hojii misooma hojjena, lolli Ertira irratti dhiigni dhangala’e yaadannoo yeroo dhiyooto jechuun gudda balaleefataniiru.
- Uumata walitti yaafte amansiisuuf haayaaltu iyyuu malee Uumanni karaa walgayii waaayyyannee bahuu diduun didaa isa itti fufeera.

**********

Barattooti Oromoo Dambi Dolloo Hiriira Nagaa Bahuun Humna Dafee Qaqabaan Reebaman.

Barattooti Oromoo Dambidolloo Mana Barnoota Qeellam Keesatti argaman guyyaa mudde 28, 2006 gaaffii Oromoo qabachuu fi weerara wayyaaneen somaliyaa irratti bante mormuun hiriira nagaa bahan, haa ta`uuti polisoonni wayyaanee barattoota kana humna dafee qaqabaa itti bobbaasuun ilmaan Oromoo reebaa turuu isaa maddeen Dambi Dolloo irraa nu qaqaban muldhisu.

**********

Lyukkee fi Wayyaaneen Yunifversity Haramayaa Keessatti Boombii Dhoosuun Ilmaan Oromoo Yakkuuf Tattaafachaa Jiran.

Guyyaa 22/11/2006 yunivarsiti Haaramaayaa  keessatti waraanni wayyaane Fanjii/Tuqan dhotu/ kaa'un polisoota Oromoo  fi barattoota Oromoo ittin yakkuf yaalan fashaleera. Kun kan godhameef waraannii moraa yunivarsiti gad dhisee haa bahu gaaffiin jedhuu akka itti hin kaaneef, nagaan hin jiruu jhedhani fakkeessuuf akka ta'ee barameera.    

 Gumiin afaan Oromoo Yunivarsiti H/Maayaa keessaa balleefamee gumii Afaan Ingliffaa fi Afaan Amaaraa jalatti akka galuuf tattaafin cimtundabbalota wayyaanneen achii keessatti godhamaajira, Kun otokanaan jiru barattoota Yunivarsiti H/Maayaa fi kolleejjii kombolchaa wayaannotaan ukkaamfamani fudhamun itti fufeeti jira. Haaluma kanaan:

-Barataa Sulxaan...wagaa 2ffaa Yunivarsiti Haaramaayaarraa...Qaallittittihidhame

-Magarsaa ..M/B sada. 2ffaa H/Maayaa irraa 

-Obboleessa magarsaa ...kolleejjii qonnaa Kombolchaarraa ukkaamfamani yeroo ammaatti mana hidhaa H/maayaa keessaatti argamu   Bulchinsi magaalaa H/Maayaa Maallaqa NGO 'n gargaarsaaf uummataaf gara motummaatin kannuuf yaadee yoowaraana Somaaliyyaa deggartan malee isiinif hin laannuu jechuudhaan uummata sossoobaa akka jiran  Gabaafame.

********** 

Ibisa Ejeno Maadhee Zoonii Lixa Wallagaa

Amajjii 1, 2007 (oromiyaa) - Weerarri Wayyaanee Deeggarsa Ummataa Tokkollee Hin Qabu!

Godina Wollagga bahaa aanaa Jimmaa Arjoo keessatti miseensonni mandhee maqaa Leenca Waama jalatti gurma’an akkuma warra kaani lola waayyaanneen sumaalee irratti

Godina Walaga LIxa Magala Gimibi kessaati Sabonitotii Oromoo  Mandholii Gara gara jalatii Ijjaramani Jirani Wa’ee QBO ABOn Gegefama jiruu irrati Marii bal`a eriga gegesani Bodaa Ibisa Ejjeno Qabixii 5 ofii keessa Qabuu bafataniru.

Maqan Mandhole kanas

1.Mandhe   Baroo Tumsaa 2002

2.Mandhe   Awii Sadan

3.Mandhee  Birmadumaa

4.Mandhe    calii calanqoo

5.Mandhee  Garaa Aribaa lakk 107

6.Mandhe    Lalisituu Bilisumaa lakk  7

7.Mandhe   Jalewanii Sumini Waregaman

8.mandhe   Laga sachee

9.Mandhe   magarsu.

10.mandee   Abba xiqii

11.Mandee  Ilimani Lenicaa

1. tarikanifii WBO godina walaga lixxa kesati fudhatee kan bay’ee nama  gamachisu dha. Itti dabalunis Ibisa hogana WBO Zoni Dhiya base ni degera. Ibisa kana bakan ga’u fufisi wada duran qabinu cimisine, waregama nura baribachisu kafale haniga Oromoon miriga abba biyumaa issa kabachifatutii issin cina hirirun ni qabisofina.

2. kana malesii hojji dhabini Kenya kara  Dipilomasii Siyaasa fi kara hidhano dhan hojecha jiru cimisine ni degara.

3. Shira motuumma wayanee somaliya irrati dalaga jiru ni morimina.

4. Dhalatan Oromoo kamii  iyuu lola issa hin ilalalene kana irratii akka ini ini hirimane wamicha  issanif gona.

5. Polisoni, hojetoni akkasumasi Dalidalitoni fi Qotee Bulitoni Lukee Dina jala galitani hojecha jiritani  hunidi Sabonitota  Oromoo kaneni akka  Jenerali Kamali Galchuu Fakenya Godhachuni WBO(ABO)cina Hiriritan Akka Qabisofitan Wamicha issanif Gona

Kana malesii WBO(ABO) Ummataa  Oromoo maran Baga waga hara gesani Jena

Bari Haran kun

Kan Bilisuma

Kan badhadhina

Kan Inijfannoo

Akka isini ta’u

Kana males

Ijjarisa cimisine Dina irrati akka bobbanu wamicha Kenya dabarisana.

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!  

Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net